Kiyyaa Carcar Anii daldala jimattii

Kiyyaa Carcar Anii daldala jimattii

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kiyyaa Carcar Anii daldala jimattii, Furniture repair & upholstery service, Harargee lixaa Anna oddaa Bultum magala badessaa, Cairo.

❤️💚🧡💜💙❤️🧡
Bidiruu jaalalaatin
Gara kootti dhuftee
Osoon ani hin beekiin
Onneekoo na tuqxe
Hidhaa jaalalaatin
Miila koo sakaaltee
Furtuu jaalalaatin
Miirota koo bante
❤️💚🧡💜💙❤️🧡
Eeboo jaalalaatin
Lapheekoo warantee
Haaduu jaalalaatiin
❤️💚🧡💜💙❤️

20/11/2025

Godinoota Oromiyaa 21 fi Teessoo Magaalaa isaaniitiin wal haa
barru.🇪🇹
√ Akkasuma ammas Oromiyaan aanaalee 350 qabaachu isitis haa
barru.
1. Wallagga Lixaa:- (Gimbii).
2. Qeellam Wallaggaa:- (Dambi Doolloo).
3. Wallagga Bahaa:- (Naqamtee).
4. Horroo Guduruu Wallaggaa :- (Shaambuu)
5. Iluu Abbaa Booraa:- (Mattuu).
6. Buunoo Baddallee:- (Baddallee).
7. Jimmaa:- (Jimmaa).
8.Shawaa kibba lixaa:- (Walisoo).
9. Shawaa lixaa:- (Amboo).
10. Shawaa kaaba:- (Fiichee).
11. Godina Addaa Oromiyaa naannaawa Finfinnee:- (Finfinnee).
12.Shawaa bahaa:- (Adaamaa).
13. Arsii Lixaa:- (Shashamannee).
14. Arsii Bahaa:- (Asallaa).
15. Baalee:- (Roobe).
16. Borana:- (Yaa'a Balloo).
17. Gujii lixaa:- (Bulee Horaa).
18. Gujii bahaa:- duran ( Nagellee Boorana ). jedhamtii. Amma immo
( Nagellee ) jedhamti.
19.Walloo:- (Kamisee ).
20.H/Lixa ykn Carcar (Ciroo)
21.H/Baha : ykn Fugug (Addaa Re,e biyyoo)

=>=>=>=>=>=>=>=>=>=>=>=>=>
√ Oromiyaan magaaloota gurguddoo giddu-galeessa godinoota
kanneeni kan ta'an sadi qabdi. Isaanis:-
1. Finfinnee handhuura Oromiyaatti tan argamtu fi
2. Dirree Dhawaa ( Dirree Dawaa ) baha Oromiyaatti
3. Jijigaa kibbaa bahaa oromiyaatti Argamtii .🙏

20/11/2025

Gurbaan yeroo hundumaa seequun aadaa isaa ta'e, Meadow Paarkitti argamuun, Koonii-Kiroos jajjabeessaa ture.

Gareen Arsenaal bara kana akka bara darbee ta'uu baatanis, suuta suutaan gara taphaatti deebi'aa jiru. Taphoota Afur irraa qabxii 6 qabu. Tapha lama injifachuun, lamaan immoo injifatamaniiru.

20/11/2025

Dargaggoota jahan Harargee Lixaa Aanaa Hancaritti ajjeefamaniif gadda guddaa natti dhagahame ibsaa
hanga yoomiiti isa jedhu hunduma keennaafuu gaafii tahe

Lubbuun guyyaa guyyaan dabraa jiru dhaloota abdii biiyyaati
Ajjeechaa dhala namaa irratti raawwatamaa jiru jabeesseen balaaleeffadha

Kan ajjeese hidhattoota mootummaa Akka tahe ragaan suuraa irraa ni ibsa Kun bulchiinsa keenyaafis kufaatii guddaadha
Ummata keenyaafis caba onnee yoomuu hin fayyineedha

Angoo fayyadamanii nama ajjeesuun dhaabbachuu qaba qaamni nama ajjeese kamuu qaama seeraas tahu seera Jala Akka oolfamu qaama dhimmi ilaallatu kabajaan gaafadha

Rasaasni kubbaa miti

20/11/2025

kheeysa burraaqu jirra oromo...🤸‍♀️🤸‍♀️

From: Bale-Mountains-Nationalpark
The Ethiopian 2nd highest point


.....🤝

20/11/2025

❤️💚🧡💜💙❤️🧡
Bidiruu jaalalaatin
Gara kootti dhuftee
Osoon ani hin beekiin
Onneekoo na tuqxe
Hidhaa jaalalaatin
Miila koo sakaaltee
Furtuu jaalalaatin
Miirota koo bante
❤️💚🧡💜💙❤️🧡
Eeboo jaalalaatin
Lapheekoo warantee
Haaduu jaalalaatiin
❤️💚🧡💜💙❤️🧡💚
Onneekoo mummurte
Jaalala dhugaatiin
Keessa kootti seente
Amanamummaa keetiin
Madaakoo wal'antee
Ogummaa jaalalaatiin
❤️💚🧡💜💙❤️🧡💚
Obsa na barsiiste
Eessan orma laalaa
Atoo na dhuunfattee
Ani kan kee qofaam
Atis naaf uumamte!!!
❤️💚🧡💜💙❤️🧡💚
Yaa soorata onneetoo
Wal'antuu laphee tiyyaa
Furtuu jireenyatoo
To'attuu qaama tiyyaa
Lama hin qabu tokketoo
Bar si qofatu tiyya!!!!
❤️💚🧡💜💙❤️🧡💚
Yaa Waaq galata kee
Naaf laattetta hundaa
Maltuu dhibe manakee
Hunduu si harkaa madda
Sichi maalan gaddaree
Burraaqen gammadaa

10/11/2025

Jireenya qaalawe
surreen kuman jirtu
tunis
jarana akkam jirtu🤝

10/11/2025

Tapha arraa kanarraa wanti naaf gale yoo jiraate 🏆 dhabuudha🥶

29/10/2025

DAY & NIGHT
Beautiful Addis Ababa, Ethiopia 🇪🇹

Photos from Kiyyaa Carcar Anii daldala jimattii's post 29/10/2025

Innaanillaahi wa'innaa ilayihii raaji'uun
Taatee har'a magaalaa godoo naannoo boqqollootti rawwatame😭😭😭🤣🤣🙈🫵

11/10/2025

“Nama garaan dhaane dirmammuu hin argani.!

Want your business to be the top-listed Furniture Store in Cairo?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Harargee Lixaa Anna Oddaa Bultum Magala Badessaa
Cairo