Zake Furniture

Zake Furniture

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Zake Furniture, Furniture, Karaa hospitala Riferala irraan nama gessun nannoo Madiya TAF nu argatu, Nekemte.

04/11/2025
Photos from Zake Furniture 's post 13/09/2024

Dhaabatni Zakkariyas Dame dhaabata yeroo

dheeraaf gurgurtaa xaawlaa fi

mooraale akkasumas hojjii farnicharaa

dhaabatoota adda addaattiif hojjecha akka

turee bekkama dha.

Amma immoo bara 2017ttii akkaattaa

haaraattin hojjii eegaleera.

Hojji nun hojjenus :

👉 xaawlaa 8cm -50cm dheerinni isaa meetiri 4 kan ta'ee
👉 mooraalee 7cm x 5cm x 4m ( qorqoroof)

👉 5cm x 4cm x 4m ( kornisiif)

👉 Istella kornisiif

👉 Angularee kornisiif ( cheap woodif)

Hojii Furnicharaa
⭐ Soofaa

⭐ Siree

⭐ Deski baratootaaf

⭐ Balbala ( main door , french door)

⭐ Foodaa

⭐ Minjaala

⭐ Ta'umsa

⭐Aluminum irraa kan hojjetaman Foodaa fi Balbaloota adda addaa

⭐Hospitalootaf

⭐ Shelfii kitaabaa fi k.k.f hojjii gaarii yeroo gabaabaa kessatti hojjenne haala qulqullina ta'een isiin qaqqabsiisna.

Odeffannoo dabalataaf

Lakk. Bilbilaa 09 17 81 64 83
09 17 55 00 20

Email [email protected]

Photos from Zake Furniture 's post 12/09/2024

Dhaabatni Zakkariyas Dame dhaabata yeroo

dheeraaf gurgurtaa xaawlaa fi

mooraale akkasumas hojjii farnicharaa

dhaabatoota adda addaattiif hojjecha akka

turee bekkama dha.

Amma immoo bara 2017ttii akkaattaa

haaraattin hojjii eegaleera.

Hojji nun hojjenus :

👉 xaawlaa 8cm -50cm dheerinni isaa meetiri 4 kan ta'ee

👉 mooraalee 7cm x 5cm x 4m ( qorqoroof)

👉 5cm x 4cm x 4m ( kornisiif)

👉 Istella kornisiif

👉 Angularee kornisiif ( cheap woodif)

Hojii Furnicharaa
⭐ Soofaa

⭐ Siree

⭐ Deski baratootaaf

⭐ Balbala ( main door , french door)

⭐ Foodaa

⭐ Minjaala

⭐ Ta'umsa

⭐Aluminum irraa kan hojjetaman Foodaa fi Balbaloota adda addaa

⭐Hospitalootaf

⭐ Shelfii kitaabaa fi k.k.f hojjii gaarii yeroo gabaabaa kessatti hojjenne haala qulqullina ta'een isiin qaqqabsiisna.

Odeffannoo dabalataaf

Lakk. Bilbilaa 09 17 81 64 83
09 17 55 00 20

Email [email protected]

















Want your business to be the top-listed Furniture Store in Nekemte?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address

Karaa Hospitala Riferala Irraan Nama Gessun Nannoo Madiya TAF Nu Argatu
Nekemte
525