0941089407 Nuu Bilbilaa
Wan ofi furniture
business
16/10/2024
05/10/2024
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kabato Abdela, Fadlii Nur
Dhaabbata hojii mukaa waan ofii
Meeshaa manaa fii biiroo
Madardaraa
Butikii
Suupparmaarketti
Kosmoo fi kkf barbaannaan
0941089407
29/09/2024
Dhaabbata hojii mukaa waan ofii
Meeshaa farniicharaa kamuu yoo barbaaddan haloo qofa jedhaa
0941089407
24/09/2024
Dhaabbata hojii Mukaa waan Ofii
Kun madardaraa buutikii shamaratiif hojjatameedha.
Kanneen birootiifis keessan nudubbisaa
Argamni keenna magaalaa roobee naannoo awraaris asfaltii hamza geessurra.
0941089407/0911386749
10/09/2024
Dambii Naamusaa Seera Kabachiisuu
namni seera kabachiisu dirqamni isaa hawaasa tajaajiluu; lubbuu fi qabeenya eeguu; gowwoomsaa, cunqursaa ykn sodaachisaa hawaasa nagaa irraa eeguu; akkasumas mirga heera mootummaa hundaan bilisummaa, walqixxummaa, fi haqaan kabajuudha.
Naamusni poolisii gaariin yeroo baayyee amanamummaa, itti gaafatamummaa, haqummaa, kabaja mirgaa fi haqaaf of kennuu of keessatti qabata. Duudhaaleen kun qondaalli poolisii seeraan akka hojjetan, namoota dhuunfaa hunda walqixxummaan akka ilaalan, fii amantaa ummataa akka eegan taasisa.
Akka waliigalaatti poolisiin humna fayyadamuun yookiin reebicha hamaa nama qulqullu tokko irratti raawwachuu hin dandahu, Dirqamni poolisii namni yoo balleesse fuudhe gara qaama seeraatti dhiheessuudha garuu wanti hojjatame faallaadha kun seera kabachiisuu osoo hin taane jibbaa Amantiif qabu garsiisa uffata kabajaa ufirra mulqi jechaa dubartii gara jabinnaan reebuun seera fii naamusa poolisaa keessatti goonkuma kan fudhatama hin qabneedha. nuti ummanni bal'aan miseensa poolisii Sababa sirrii malee humna fayyadamuun jibbaa fii Tuffii inni dubartii uffata amantaa uffatte haala gara jabinnaan reebee ulaagaa naamusaa fi seeraa cabse kanaaf deebii gahaa fii adabbii isaaf malu akka irratti fudhatu kabajaan gaafanna::
Oromia Police Commission
Oromia Police College
18/08/2024
Dhaabbata hojii Mukaa waan Ofii
Wan ofi furniture 0941089407
08/08/2024
0941089407
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Website
Address
Robe