Bara gadhee! Wasn jechaa nama dhabsiisa. Yaa waaqayyo A/A keenya kan lubbuun hafe bira nuuf dhaabbadhu!!!
Oromia justice bereau
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia justice bereau, Addis Ababa.
Namatti tola
24/08/2025
TikTok · BF 84 likes, 14 comments. Check out BF’s video.
24/08/2025
TikTok · BF 53 likes, 8 comments. Check out BF’s post.
21/07/2025
Abbaa alangaa kana abbuma argetu hidhaayii? Maal wal qusachuun hin jiruu jarana????
21/07/2025
Guyyaa 13/11/2017, Godina Wallagga Lixaatti Abbaa Alangaa Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Mana Sibuu kan kan ta'e Obbo Bookaa Taaffasaa gaafa 11/11/2017 qabamanii galgala Waajjira Poolisii Aanichaatti akka geeffamanii fi yeroo ammaas to'annaa jala jiraachuu isaa odeeffannoon Waldaa Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa qaqqabeera. Waldaan Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaas gochaan seeraan alaa kun erga Abbaa Alangaa kana irratti raawwatamuu odeeffannoon isa qaqqabeen booda itti dhiheenyaan hordofuun qaamolee dhimmichi ilaallatu wajjin dubbachaa kan jirudha. Gochaa seeraan alaa Abbaa Alangaa kana irratti raawwatame Waldaan Abbootii Alangaa Oromiyaa cimsee kan balaleeffatu dha. Hidhaan seeraan alaa kun Abbaa Alangaa irratti raawwatamuun isaa bilisummaa ogummaa Abbaa Alangaa kan sarbu ta'uu bira darbee gochaa ol'aantummaa seeraa cabsudha. Abbaan Alangaa ogeessa seeraa bilisa ta'ee ogummaa seeraa qabuun ol'aantummaa seeraa fi haqa uummataa mirkaneessuuf hojjetu ta'ee osoo jiruu hidhaan seeraan alaa irratti raawwatamuun isaa gochaa fudhatama hin qabnee fi itti gaafatamummaa seeraa hordofsiisudha. Abbaan Alangaa badii itti gaafatamummaa seeraa ykn bulchiinsaa hordofsiisu yoo qabaate adeemsii fi sirni seeraa itti gaafatamummaan ittiin mirkanaa'u seeraan diriiree bakka jirutti hidhaan seeraan alaa raawwatamuun isaa faallaa seeraa fi dhimma fuula duraatti sirrachuu qabudha. Qaamoleen Abbaa Alangaa kana seeraan ala hidhanii jiran hatattamaan to'annaa seeraan alaa jalaa akka gadi lakkisanii fi namoonni gochaa seeraan alaa kana raawwatan seeratti dhihaatanii olaantummaan seeraa akka mirkanaa'uuf Waldaan Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa cimsee kan gaafatuu fi qaamolee dhimmi isaa ilaallatu wajjin qindoominaan kan hojjennu ta'uu ni ibsa.
Waldaa Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa
27/05/2024
Waanuma dhageenyu hundi biyya kana keessatti waan suukkanneessaadha. Ajjeesaa fi balleessaatu baay'ate. Nama gaddisiisa.
21/01/2024
Waan humna kee oliitti hin hiixatin!
catching leopard 🐆🐆#youtubeshorts #viral #trendingshorts #shorts_ #animal #tiger #jungle catching leopard 🐆🐆
16/01/2024
Bible Lite by YouVersion Connect with God. Every Day.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Website
Address
Addis Ababa
23/01/2024