Oduu fi odeeffannoo Yeroo

Oduu fi odeeffannoo Yeroo

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oduu fi odeeffannoo Yeroo, Burayu, Addis Ababa.

28/08/2026

G+2 under construction
irraa Saalonii 1
Kitchen 1
Kutaa ciisichaa 3
Mana fincaanii fi shaaworii 1
irraa
Ciisicha 3
Mana fincaanii fi shaaworii 2
Kitchen 1
irraa
Saalonii 1
Kutaa ciisichaa 3
Kitchen 1
Mana fincaanii fi shaaworii 1
Barandaa bareedaa qaba
Bakki Buraayyuu kellaa Jiino site
Gatiin 14.7 million (negotiable)

Namoonni mana bitachuu ykn gurgurachuu barbaaddan nu quunnamaa. Akkasumas Gamoowwan, magaazinoota, Hoteelota, warshaawwan, bakka kuusaa boba'aa, manneen barnootaa, lafa ballaa (1000 m² irraa kaasee) iddoo daldalaaf tahu asphaaltii guddaa irraa ni qabna.
Dabalataan dhaabbattootaaf mana/magaazina ni kireessina.
Amanamummaan isin keessummeessina.
Abbaa manaa fi abbaa milkii ta'aa!
Bilbila 0913168614/0924477265

14/07/2026

Buraayyuu, Beeroo
Kaaree 👉154m²
Kaartaan dijitaala
Ibsaa fi bishaan qaba.
Saalonii 👉tokko
Kutaa ciisichaa keessaa 👉lama
Kutaa kireeffamu alaa 👉 tokko
Shaaworii fi mana fincaanii 👉alaa fi 👉keessaa qaba; Kan keessaa hin xumuramne.
Kitchen 1
Bakki Buraayyuu, Beeroo.
Gatiin 👉5.2 million
Namoonni mana bitachuu ykn gurgurachuu barbaaddan nu quunnamaa. Akkasumas Gamoowwan, magaazinoota, Hoteelota, warshaawwan, bakka kuusaa boba'aa, manneen barnootaa, lafa ballaa (1000 m² irraa kaasee) iddoo daldalaaf tahu asphaaltii guddaa irraa ni qabna.
Dabalataan dhaabbattootaaf mana/magaazina ni kireessina.
Amanamummaan isin keessummeessina.
Telegram
☎️☎ 0913168614 ☎☎
☎️☎ 0924477265 ☎☎
Viidiyoo ilaaluuf Telegram channel keenya join godhaa https://t.me/+TlYqT_D5EF4wZWI8

14/07/2026

Teessoon--------Hoolataa
Naannoo -------- Kondominiyeemii
Bal'inni ----------- 140 m²
Gatii-----------------6,300,000 (Waliif galama)

Kaartaa ✔️✔️
Bishaan ✔️✔️

📌 Naannoo misoomitti argama
📌 Daandiitti guddaa irraa dhiyeenyati argama.
📌 L guutuudha.
📌 Kutaa baayyee qaba.
📌 Keessaan kutaa 4
📌 Alaan kutaa kireeffamu qaba.
Namoonni mana bitachuu ykn gurgurachuu barbaaddan nu quunnamaa. Akkasumas Gamoowwan, magaazinoota, Hoteelota, warshaawwan, bakka kuusaa boba'aa, manneen barnootaa, lafa ballaa (1000 m² irraa kaasee) iddoo daldalaaf tahu asphaaltii guddaa irraa ni qabna.
Dabalataan dhaabbattootaaf mana/magaazina ni kireessina.
Amanamummaan isin keessummeessina.
Telegram
☎️☎ 0913168614 ☎☎
☎️☎ 0924477265 ☎☎

12/07/2026

Condominium Ashawwaa Meedaa
Abbaa 3
Kaaree 80
Darbii 2ffaa irra
Keessi isaa guutummaatti ceramics
Gatiin 4.5 million

Abbaa ciisa 1
Kaaree 51
Ground irra
Gatiin 3.2 million
Namoonni mana bitachuu ykn gurgurachuu barbaaddan nu quunnamaa. Akkasumas Gamoowwan, magaazinoota, Hoteelota, warshaawwan, bakka kuusaa boba'aa, manneen barnootaa, lafa ballaa (1000 m² irraa kaasee) iddoo daldalaaf tahu asphaaltii guddaa irraa ni qabna.
Dabalataan dhaabbattootaaf mana/magaazina ni kireessina.
Amanamummaan isin keessummeessina.
Abbaa manaa fi abbaa milkii ta'aa!
Bilbila 0913168614/0924477265
Telegram
Viidiyoo ilaaluuf Telegram channel keenya join godhaa https://t.me/+TlYqT_D5EF4wZWI8

11/07/2026
05/07/2026

Buraayyuu Anfoo
Kaaree 140
Kaartaan dijitaaliidha
Ibsaa fi bishaan qaba
Saalonii 1
Kutaa ciisichaa keessaa 2
Kitchen cabinet keessaa 1
Alaa kutaa kireeffamu 2
Shaaworii fi mana fincaanii keessaa hin qabu alaa malee
Gatiin 12 million
Bakki Buraayyuu Anfoo
Namoonni mana bitachuu ykn gurgurachuu barbaaddan nu quunnamaa. Akkasumas Gamoowwan, magaazinoota, Hoteelota, warshaawwan, iddoo kuusaa boba'aa (maaddiyaa), manneen barnootaa, lafa ballaa (1000 m² irraa kaasee) iddoo daldalaaf tahu asphaaltii guddaa irraa, akkasumas investimentiif bakka tahu ni qabda. Dabalataan dhaabbattootaaf mana/magaazina ni kireessina. Biyya keessas biyya alaas kan jirtan amanamummaan isin keessummeessinaa nu quunnamaa.
Bilbila 0913168614/0924477265

Want your business to be the top-listed Furniture Store in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Burayu
Addis Ababa